Duraan dursee nagaan koo kan oromummaa qilleensa irraan isin haa gahu kabajamtoota sabboontota ilmaan oromoo hunda keessan,itti aansuudhaan gara bakkalcha bilisummaa oromoo kanatti baga nagaan dhuftan jechuudhan koottaa waliin ummata keenyaaf haa hojjannu.bilisummaa keenyaaf waliin haa falmannu Akkawaaq Jaalataa
No comments:
Post a Comment